Dr. Lookoon dubartii Jaappaan Aadaa, Duudhaa fi Seenaa Saba Oromootiin booji’amtee itti jiraattedha.


Dr. Lookoon dubartii Jaappaan Aadaa, Duudhaa fi Seenaa Saba Oromootiin booji’amtee itti jiraattedha. Keessumaa Jireenya Uummata Oromoo Booranaa(Gosa Sabboo fi Goonaa) sirriitti jiraatteetti. Kanaaf Booranni Maqaa biyyashii Dr. Chikage irratti Dr. Lookoo Duubaa Moggaaseefiira. Ammas Dr. Lookoon Aadaa, Seenaa, walumaa galattii Haala jiruu fi jireenya Saba Oromoo qorachaa jirti. Yuunivarsiitii Maqaleetti barsiistuu Antropolojiiti. Nu taatee jireenya keenya waan jiraatteef. OBS tibba kana keessummaa godhateera. Haasaan Dr. Lookoo Looga Booranaa mi’aawaa sun sin hin darbiin!

 

 

Fuula Facebook, Ayyaanaa Cimdessaa Iraa kan fudhatamee.


Team OBS.

 

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*